Wangeela.
Kristos cubbuu
keenyaaf du’eera.

  Waaqayyo fi Saayinsii. Indeeksii.

Waaqayyo fi Saayinsii

Archaeology 1.Tulluu Siinaa.
Archaeology 2.Mariibaa. Bishaan dhagaa irraa.
Archaeology 3.Sodoomii fi Gomoraa.

Waaqayyo fi Seenaa

Archaeology 4.Taabotni Nohi.

Archaeology.


  Waaqayyo fi Saayinsii.

Tulluu Siinaa.


Tulluu Siinaa.
(Bifa. Galatoomaa... ArkDiscovery.com)

Seera Ba’uu 19:18-20,
18 Waaqayyo ibiddaan irratti gad buunaan, aarri guutummaa tulluu Siinaa uffise; aarri isaas akka aara iddoo ibiddaatti ol in ka'e; tullichis guutummaatti baay'isee in raafame.
19 Yeroo sagaleen malakataa ittuma guddachaa adeeme, Museen in dubbate, Waaqayyos sagaleedhaan deebisee isatti in dubbate.
20 Waaqayyo tulluu Siinaa irratti erga gad bu'ee, gara bantii tullichaatti Musee ol waame; Museenis ol in ba'e.

Abboota Firdii 5:5,
Tulloonni, Siinaatti akkuma ta'e, tullootan Waaqayyo duratti, fuula Waaqayyoo gooftaa Israa'el duratti in socho'an.


  Waaqayyo fi Saayinsii.

Mariibaa. Bishaan dhagaa irraa.


Horeeb.

(Bifa. Galatoomaa... ArkDiscovery.com)

Seera Ba’uu 17:6-7,
6 “Kunoo, ani achi Siinaatti kattaa tokko irra si dura nan dhaabadha; ati immoo kattaa sana in rukutta, bishaan isa keessaa in burqa, jarris isa in dhugu” jedhe; Museenis ija maanguddoota Israa'el duratti akkasuma in godhe.
7 Namoonni Israa'el waan morkataniif gooftichaan immoo, “Waaqayyo nu gidduu jira moo hin jiru?” jedhanii waan qoraniif, maqaan iddoo sanaa “Maasaa fi Mariibaatti” moggaafame.

Faarfannaa 78:15-16,
15 Inni lafa onaa keessatti kattaa dhoosee, bishaan baay'ee akka galaanaa kenneefii isaan obaase;
16 kattaa keessaa bishaan in yaase, akka lagaatti isa keessaa akka lola'u in godhe.


  Waaqayyo fi Saayinsii.

Sodoomii fi Gomoraa.


David Shearer.

Seera Uumamaa 13:10,
10 Loox gara harka olii ilaalee, dachaan Yordaanos bishaan ba'eessa akka qabu, hamma mandara Zo'aarittis akka lafa dhaabaa Waaqayyoo, akka biyya Gibxiis akka ture in arge; kunis utuu Waaqayyo mandaroota Sodoomii fi Gomoraa hin balleessin ture.


    Gamoo.


Hisq’el Raajichaa 16:49-50
49 Kunoo, yakki Sodoom obboleettii keetii, akka kanatti fufee jiru ture, isheenii fi intaloonni ishee of koorsan; utuma nyaati isaan irraa hafuu, isaanitti tolees gabiitti utuma jiraatanii, isa rakkataadhaa fi deegaa hin gargaarre.
50 Bari abirasi, maze bakorera ibizira imbere yanjye, nuko mbibonye mperako mbakuraho.

Seera Uumamaa 13:13,
Namoonni Sodoom immoo jal'oota, cubbuu baay'eedhaanis Waaqayyoon kan yakkan turan.
 


Isfinksii kan asheetaa
(Waaqa tolfamaa).

Seera Uumamaa 19:15,
15 Nuko bukeye mu gitondo, ba bamarayika batera Loti umwete bati “Haguruka ujyane n’umugore wawe n’aba bakobwa bawe bombi bari hano, kugira ngo utarimburirwa mu gihano cy’umudugudu.”
 
 

Caasaawwan.


    Gamoo.

Ermiyaas Raajichaa 49:18,
18 Akkuma Sodoomii fi Gomoraan, mandaroonni olloota isaanii turanis barbadeeffaman, akkasuma namni Edoom keessatti hin hafu, namni tokko illees ishee keessa hin jiraatu.


Dallaa.

Kubbaa Salfarii.


Kubbaa Salfarii.

Seera Keessa Deebii 29:23,
"Biyyi sun guutummaan isaa dhagaa boba'uu fi soogiddaan in gubata; sanyiin isa irra hin facaafamu, waan tokko illee irratti hin biqilu, biqiltuun tokko illee irra hin jiru; inni akka badiisa Sodoomii fi Gomoraa, akka Aadimaa fi Zebo'iim warra Waaqayyo dheekkamsa isaa isa guddaadhaan garagaggalchee in ta'a" in jedhu.

Barumsi nuuf.


    Gamoo - Gomoraa.

2 Phexros Isa Lammaffaa 2:6,
6 Inni mandaroota Sodoomii fi Gomoraatti faradee, ibiddaan balleessee daaraa gochuu isaatiin, warra Waaqayyo malee jiraatanitti wanta dhufuuf jiru fakkeenya isaanii irraa akka argan godheera.


  Waaqayyo fi Seenaa.

Taabotni Nohi.


Taabotni Nohi. (Bifa. Galatoomaa... BBC)

Qindeessa. N 39.26.475 -- E 44.14.108

Macaafa Qulqulluu jedha...

Seera Uumamaa 8:4-5.
4 Markabichi ka'ee ji'a torbaffaa isaatti ji'icha keessaas guyyaa kudha torbaffaatti tulluu Araaraat gubbaa in buufate.
5 Bishaanichi hamma ji'a kurnaffaatti ittumaa gad galaa adeeme; guyyaa jalqaba ji'a kurnaffaa irratti roggeen tullootaa in mul'atan.

Seera Uumamaa 6:13-17,
13 Waaqayyo yommus Nohiin, "Yeroon uumamni foon uffate hundinuu fuula koo duraa itti raawwatee dhumu ga'eera; lafti humnaan wal irratti ka'uu isaaniitiin waan guuteef, ani lafa irraa isaan nan balleessa.
14 Ati muka ta'u irraa markaba tolchi, keessa isaatti kutaa kutaa baasi! Keessaa fi duubaanis leelee lafa keessaa argamuun duuchi!
15 Ati markabicha yommuu tolchitu, dheerina isaa dhundhuma dhibba sadii, bal'ina isaa dhundhuma shantama, irraan-olee isaa dhundhuma soddoma godhi!
16 Bantii markabichaas dhundhuma tokko irraa ol kaasii hojjedhu, cinaacha isaa irraan balbala itti baasi! Irraan-olee isaas iddoo sadiitti kuti! Iddoo isa jalaa, isa gidduu fi isa irra-keessaatti gargar hiri!
17 Kunoo, ani uumama foon uffate, uumama lubbuu qabu hundumaas bantii waaqaa jalaa balleessuudhaaf bishaan badiisaa lafa irratti nan fida; wanti lafa irra jiraatu hundinuus in dhuma.

Dhagaa ankuraa.


Dhagaa ankuraa.
(Bifa. Galatoomaa... ArkDiscovery.com)

Amantii Nohi.

Ibrootaa 11:7,
7 Nohi amantiidhaan isa Waaqayyo waa'ee waan yeroo sanatti ija namaatti hin mul'anneetiif akeekkachise dhaga'ee sodaatee, warra mana isaa oolchuufis bidiruu tolfate; amantii isaatiin immoo biyya lafaatti yakka muree, qajeelina amantiidhaan argamus qabeenya isaa isa godhate.


  Macaafa Qulqulluu jedha...

Guyyaa Loox Sodoomii ba’etti garuu, ibiddii fi dhagaan boba’u waaqa irraa isannnii roobee hunduma isaanii fixe.

Guyyaa itti ilmi namaa mul'atuttis akkasuma in ta'a.

Luqaas 17:29-30



Giddugala Ergaa... Erggwwan bilisaa Obboleessa Biraanhaam irraa buufadhaa.


Malkiisedeq kun
eenyu?

Ingilizii barruu oduu
marsariitii.

Macaafa Mul'ataa.

 
 

Waaqayyo fi
Saayinsii. Indeeksii.
Tulluu Siinaa.

Acts of the Prophet.

(PDFs Ingilizii)

Sagalichi Jireenyaatti.
Kristos Sagalee Isaa
Keessatti Mul’ifama.

Wangeela.
Kristos cubbuu
keenyaaf du’eera.

Cuuphamaa.

 
 

Duumessoota waaqaa.

Utubaan ibiddaa.

Olbutamuu.

 

Mul’aticha
Yesuus Kiristoosi.

Bara dhumaa kan
walitti fufu.
Gaa’elaa fi
Gaa’ela Diiguu.

Dubartittii IiZaabeel
Jedhamtu.

Mul'aticha Phaaximoos.

Baroota Waldaa
Torbanii.

Barsiisa Warra
Niqolaawotaa.

Daddarbaa Addaamii.
Firrii mukaa hin turre.
Sanyicha Bofaa.

Archaeology.
Sodoomii fi Gomoraa.

Bara Waldaa
Laa'odiiqeyaa.

Kiristoos waldaa ala
jira.

Suuraa ykn PDF buufachuuf suuraa cuqaasaa.


William Branham
Life Story.

(PDF Ingilizii)

How the Angel came
to me.
(PDF Ingilizii)

As the Eagle
Stireth her nest.

(PDF Ingilizii)

Chapter 14
- Sabino Canyon

(PDF Ingilizii)

Dura...

Booda...

Chapter 13
- God is Light.

(PDF Ingilizii)

Chapter 9
- The Third Pull

(PDF Ingilizii)

Pearry Green personal
testimony.

(PDF Ingilizii)

Gaa’elaa Fi Gaa’ela
Diiguu.
(PDF)


Seenaa pilaaneetii
keenyaa keessatti
gowwoomsaa
guddaan.
Innis Tiyoorii
Jijjiirama
Daarwiin ti.