Kana Kristiyaana.

  Kana Kristiyaana.

Dheerina Nama Mudaa Hin Qabnee.


2 Phexros 1:1-10

[1] Ani Simoon Phexros, Yesus Kristosiif hojjetaa, ergamaas ta'ee, warra karaa qajeelina Waaqayyo keenyaaf fayyisaa keenyaa Yesus Kristos amantii gati-jabeessa isuma nuyi arganne sana argataniif caafuu koo ti.
[2] Waaqayyoon, gooftaa keenya Yesusinis beekuu bira ga'uu keessaniin ayyaannii fi nagaan isiniif haa baay'atu.
[3] Nuyi, Waaqayyo isa ulfina isaa fi humna isaa isa dinqisiisaadhaan nu waame beekuu bira ga'uudhaan wanta nu barbaachisu hundumaa arganneerra. Gooftaan humna waaqayyummaa isaatiin gara jireenyaatti nu geessuuf, namoota Waaqayyoo nu godhachuudhaaf kana hundumaa nuuf kenneera.
[4] Kennaa kanaan isin badiisa, isa sababii kajeellaa fooniitiif biyya lafaa kana keessa jiru jalaa baatanii, dhagna hafuuraa isa kan Waaqayyoottii hirmaattuu akka taataniif abdiin gati-jabeeyyiinii fi gurguddoonni nuuf kennamaniiru.
[5] Ammas dhama'uu hundumaan dhama'aa! Amantii qabdan gaarummaadhaan argisiisaa, gaarummaa keessaan beekumsa argisiisaa!
[6] Itti dabaltanii immoo beekumsa keessaan of qabuu, of qabuu keessaan obsaan danda'uu, obsaan danda'uu keessaan nama Waaqayyoo ta'uu keessan argisiisaa!
[7] Nama Waaqayyoo ta'uu keessaan obboloota jaallachuu, obboloota jaallachuu keessaan nama hundumaa jaallachuu argisiisaa!
[8] Wanti kun hundinuu isin irraa argamanii baay'achaa yoo adeeman, gooftaa keenya Yesus Kristosin beekuutti warra dhimma baasan, warra ija godhatanis in taatu.
[9] Namni wanti kun hundinuu irraa hin argamne immoo, nama of irraa butee hin ilaalle, jaamaa dhas; inni cubbuu isaa isa duriittii qulleeffamuu isaa irraanfachuu isaa ti.
[10] Kanaafis obboloota ko, waamamuu keessanitti, fo'amuu keessanittis jabaachuudhaaf caalchisaa dhimmaa! Kana yoo gootan matumaa hin kuftan.


Maalummaa Kiristaana.

Buusuu PDF... Dheerina Nama Mudaa Hin Qabnee.


  Kana Kristiyaana...

  Macaafa Qulqulluu jedha...

Amantiin waan abdatan “Dhuguma in ta'a” jedhanii fudhachuu dha; waan ijaan hin argines akka waan arganiitti “Jira” jedhanii lakkaa'uu dha.

Sababii amantiitiif Waaqayyo biraa namoota bara duriitiif dhugaa ba'ameeraaf.

Waaqnii fi biyyi lafaa sagalee Waaqayyootiin akka uumaman amantiidhaan in hubanna; akkasittis wanti ijaan argamu wanta hin mul'anne irraa hojjetame.

Ibrootaa 11:1-3



Kana Kristiyaana series.
Fuula itti aanutti itti fufa.
(Cuuphamaa.)


Suuraa ykn PDF buufachuuf suuraa cuqaasaa.


Ani ‘Isa jiraataa dha,’

 

Kiristoos. Shugguxii
warqee keessaa.

Mootummoota namaa
sadii.

Dimshaashumatti
torba.

Dheerina Nama Mudaa
Hin Qabnee.
(PDF)

Utubaan ibiddaa.
- Gateettii.

Firdii
kennuudhaaf ija
baay'ee hoo'aa
ta'een Inni achitti
dhaabbachaa
jira.


Iccitii Kiristoos.

Ingilizii barruu oduu
marsariitii.

Macaafa Mul'ataa.

 
 

Waaqayyo fi
Saayinsii. Indeeksii.
Gaarra Siinaa.

Acts of the Prophet.

(PDFs Ingilizii)

Sagalichi Jireenyaatti.
Kristos Sagalee Isaa
Keessatti Mul’ifama.

Wangeela.
Kristos cubbuu
keenyaaf du’eera.

Cuuphamaa.

 
 

Duumessoota waaqaa.

Utubaan ibiddaa.

Olbutamuu.

 

Mul’aticha
Yesuus Kiristoosi.

Bara dhumaa kan
walitti fufu.
Gaa’elaa fi
Gaa’ela Diiguu.

Dubartittii IiZaabeel
Jedhamtu.

Mul'aticha Phaaximoos.

Baroota Waldaa
Torbanii.

Barsiisa Warra
Niqolaawotaa.

Kana Kristiyaana series.

Maqaa Waaqayyoo.

Taabotni Nohi.

 

Ergaa Ayyaana Qillee.

 

Cubbuu jalqabaa.
Kun abaaboo turee?

Arkiyooloojii.
Sodoomii fi Gomoraa.

Bara Waldaa
Laa'odiiqeyaa.

Kiristoos waldaa ala
jira.

Tarreefama Ergaa.

Baabiloon.
Ka’umsa Oduu Durii.


Giddugala Ergaa... Erggwwan bilisaa Obboleessa Biraanhaam irraa buufadhaa.