Eliyaas Raajichaa.


  Utubaan ibiddaa.

Utubaan ibiddaa - Houston 1950


William Branham.

Luqaas 7:26-27,
26 Anatti himaa, maal ilaaluudhaaf baatan? Raajii dha moo? Eyyee, isiniinan jedha, raajii irra iyyuu kan caaluu dha.
27 Caaffanni qulqullaa'aan waa'ee isa kanaatiif, 'Ilaa ergamaa koo karaa kee akka siif qopheessuuf si dura nan erga' jedhee dubbateera.

Download   53-0509  Pillar of Fire.
(PDF English)


  Utubaan ibiddaa.

Utubaan ibiddaa.

Seera Ba’uu 13:21-22,
21 Waaqayyo akka isaan halkanii fi guyyaa adeemuu danda'aniif, guyyaa utubaa duumessaatiin isaan dura adeemee karaa isaanitti argisiise, halkan immoo utubaa ibiddaatiin isaaniif ibse; akkasitti isaan in geggeesse.
22 Guyyaa utubaan duumessaa, halkan immoo utubaan ibiddaa fuula jaraa duraa hin dhabamne ture.

Seera Ba’uu 16:10,
Aaron guutummaa waldaa Israa'elitti yeroo dubbatetti, isaan gara lafa onaa ilaalanii, ulfinni Waaqayyoo duumessa keessatti mul'achuu isaa in argan.

Seera Ba’uu 24:16-17,
16 Ulfinni Waaqayyoo tulluu Siinaa irra in buufate, duumessis guyyaa ja'a tullicha in uffise; gaafa guyyaa torbaffaa Waaqayyo duumessa sana gidduudhaa Musee in waame.
17 Yeroo kanatti ulfinni Waaqayyoo akka ibidda thaph godhuutti, fiixee tuuluu sanaa irraa saba Israa'el duratti in mul'ata ture.

Seera Ba’uu 14:24,
Yeroo darabee dammaqa bariitti Waaqayyo utubaa ibiddaa fi duumessaa keessaan macca warra Gibxii sana gad ilaalee, gara itti goran isaan in wallaalchise.

Nahimiiyaa 9:12,
Saba kee garuu, guyyaa utubaa duumessaatiin, halkanis karaa isaan irra adeeman akka isaaniif ibsutti utubaa ibiddaatiin in geggeessite.

Isaayaas 60:1,
Ifni kee dhufeera, ulfinni Waaqayyoos siif ba'eera, kanaafis ka'ii ibsi!


  Eliyaas Raajichaa.

Eliyaas Raajichaa.

Amma, baroota amantaa keessaan dhufne, garuu waadaan Nuuf galamee jira, akka Malakaayi 4tti, deebi'ee dhufuun Isaa, ergamaan gara biyya lafaatti akka dhufu waadaan galamee jira. Amma, yaadadhaa, sagaleen waaqayyoo gara nabiyyiitti dhufe, baruumsa amanti kan barateefi miti, Nabiyyiittii. Inni sagalee waaqayyoo kan balaqqisuu dha. Waan biraa hin jedhu, Yaada mataa Isaa hin jedhu; waan Waaqayyoo itti mul'ise qofa dubbata.

Amos 3:7-8,
7 Waaqayyo gooftaan murtoo isaa isa dhokatee jiru hojjetoota isaa warra raajotatti utuu hin mul'isin, tokko illee hojii irra hin oolchu.
8 Leenci in aada, egaa eenyu ree kan hin sodaanne? Waaqayyo gooftaan in dubbachiisa, egaa eenyu ree raajii kan hin dubbanne?

Maatewos 17:10-11,
10 Kana booddee bartoonni, “Egaa maaliif barsiisonni seeraa, 'Eliyaas dura dhufutu ta'a' jedhu?” jedhanii isa gaafatan.
11 Yesus immoo deebisee, “Eliyaas waan hundumaa iddootti deebisuudhaaf dhufuun isaa beekamaa dha.”

Miilkiyaas 4:5-6,
5 “Kunoo, guyyaan koo inni guddaanii fi inni sodaachisaan sun utuu hin dhufin dura ani Eliyaas raajicha isiniif nan erga.
6 Ani dhufee, lafa abaarsaan rukutee akkan hin balleessinetti, inni garaa abbootaa gara ijoollee isaaniitti, garaa ijoollees gara abboota isaaniitti in deebisa” jedha.

Luqaas 17:29-30,
29 Guyyaa Loox Sodoomii ba’etti garuu, ibiddii fi dhagaan boba’u waaqa irraa isannnii roobee hunduma isaanii fixe.
30 Guyyaa itti ilmi namaa mul'atuttis akkasuma in ta'a.

Mul’ata Yohannis 10:7,
“bara malakanni inni torbaffaan afuufamutti garuu, wanti Waaqayyo dhoksaatti akeeke, akkuma inni raajota hojjetoota isaatti himee ture sanatti, raawwatamuuf jira” jedhe.


Click on an image to download PDFs or fullsize picture.


Acts of the Prophet

(PDF English)

Chapter 11
- The Cloud

(PDF English)

Before...

After...

There they crucified Him
The place of the skull

  The Indictment

(PDF English)

William Branham Life
Story.

(PDF English)

Pearry Green personal
testimony.

(PDF English)

Gaa’elaa Fi
Gaa’ela Diiguu.

(PDF)


Utubaan ibiddaa.

Duumessoota waaqaa.

   Download...

Malkiisedeq kun eenyu?

English Newsletter Site.

Macaafa Mul'ataa.

 
 

Waaqayyo fi Beekumsa. Index.
Tulluu Siinaa.

Sagalichi Jireenyaatti.
Kristos Sagalee Isaa
Keessatti Mul’ifama.

Wangeela.
Kristos cubbuu
keenyaaf du’eera.

Cuuphamaa.

 
 

Duumessoota waaqaa.

Utubaan ibiddaa.

Olbutamuu.

 

Mul’aticha
Yesuus Kiristoosi.

Bara dhumaa series.
Gaa’elaa fi
Gaa’ela Diiguu.

Dubartii Jeezebeel
Jedhamtu sana.

Mul'aticha Phaaximoos.

Daddarbaa Addaamii.
Firrii mukaa hin turre.
Sanyicha Bofaa.

Archaeology.
Sodoomii fi Gomoraa.

Bara Waldaa
Laa'odiiqeyaa.

Kiristoos waldaa ala
jira.


Message Hub...Choose your Language and download Free Messages from Brother Branham